Kamshaalee

Kutaan kun, ilaalcha gubbaa kan kamshaa Barreessaa LibreOffice keessa jiran laata.Ilaalchi gubbaa kuni qindaayina durtii kamshaa LibreOfficetiif ibsa.

Kabala Durtii

Kabalichi Durtii fayyadama LibreOffice hundumaa keessatti argama.

Kabala Dhangessuu

Kabalii dhangeessuu, dalagawwan dhangeessaa barruu hedduu of keessaa qaba.

Kabala Fakkasaa

Mul'annoo Toorii keessaa, kabalii toorii meeshaalee gulaalii yeroo hedduu itti fayyadamtu of keessaa qaba. Click the arrow next to an icon to open a toolbar that contains additional commands. Kamshaa isa ajajawwan dabalataa of keessaa qabu banuu, xiyya sajootti aanee jiru cuqaasi.

Kabala Goodayyaa

Kabalii Fakkaattii, dalagawwan saxaatoo suurxiqqoo filatame dhangeessuu fi qubachiisuudhaaf garagaran of keessaa qaba.

Kabala Goodayyaa

Yammuu goodayyaan filatamuu, Kabalii Goodayyaa dalagaawwan goodayyicha dhangeessuu fi qubachiisuuf baay'ee barbaachissaa tahan siif laata.

Kabala Wanta-OLE

Kabalii OLE-Object kan mul'atan, yammuu wantawwanii filatamaniidha, akkasuumas dalagawwan wantawwan dhangeessuu fi qubachiisuudhaaf gargaran baay'ee of keessaa qabu.

Kabala Gabatee

Kabalii Gabatee , dalagaawwan isa ati yammuu gabateewwan waliin hojeechuudhaaf sibarbaachissu of keessaa qaba. Yammuu ati qaree gabatee keessatti siqsiitu mul'ata.

Kabala Amalootaa Wanta Fakkasaa

You can see the Drawing Object Properties bar in Writer and Calc. Select the menu View - Toolbars - Drawing Object Properties. The controls are enabled when a drawing object is selected. You see some different icons by default, whether the current document is a text document or a spreadsheet.

Kabala Rasaasawwan fi Lakkaawwii

Kabalii Rasaasawwan fi Lakkaawwii dalagaalee caasaa kan keewwatawwan lakkoofsifamanii, tartiiba keewwatawwanii, fi sadarkaalee keewwataa adda addaa qindeessuu dabalatee, fooyyessuudhaaf garagaran of keessaa qabu.

Kabala Wanta Barruu

Barruu warra wanta fakkasaa keessa jiraniif, ajajoota dhangeessuu of keessaa qaba. Kabalii Text Object, kan mul'atuu yammuu ati wanta fakkasaa keessa lama-cuqaastuudha.

Kabala Haalojii

Kabalii Haalojii, odeeffannoo waa'ee galmee ammaa fi qabduuwwan fooyii dalagawwan addaa waliin dhiyeessuu of keessaa qaba.

Print Preview

The Print Preview Bar appears when you view the current document in the print preview mode.

Kabala Deetaa Gabatee

Mul'annoo deetichaa too'achuuf, Kabala Deetaa Gabatichaa fayyadami.

Sarartuuwwan

Sarartuuwwanii, gara fuulaa, qubannoo caancalawwanii, galumsawwan, handaaraalee, fi tarjaawwan agarsiissu. Hantuttee dayyadamuun sarartuu irratti hunda kana fooyyessuu nidandeessa.

Kabalaa Foormulaa

Kabalii Formula, akka ati galmee barruu keessatti herregawwan uumtuu fi saagduu siif hayyama. Kabala Foormulaa kakaasuuf, F2 dhiibi.

Saagi

Kamshaan goodayyaawwan, saxaatoo, gabateewwan, akkasuumas wantawwan kabiroo saaguudhaaf, faankishinii hedduu of keessaa qaba.

Classification Bar

The Classification bar contains tools to help secure document handling.

The Classification toolbar contains listboxes to help in selecting the security of the document, according to the BAF category policy and BAILS levels. LibreOffice will add custom fields in the document properties (File - Properties, Custom fields tab) to store the classification policy as document metadata.

Go to menu View - Toolbars and select Classification

Mail Merge Toolbar

The Mail Merge Toolbar contains commands for the final steps of the mail merge process.