Barreessaaf qaxxaamura furtuulee LibreOffice

Akka hojii waliinii atataamaan hojeechuuf, qabduuwwan qaxxaamuraa LibreOffice keessaa fayyadamuu nidandeessa. Kutaan kun qabduuwwan qaxxaamuraa durtii, Barreessaa LibreOffice dhaaf tarreesa.

Sajoo Yaaddannoo Furtuuleen qaxxaamura tokko tokkoo sirna minjaalee keef ramadame. Furtuuleen sirna minjaaleetiif ramadaman LibreOffice tiif hin argaman. Furtuulee adda addaa LibreOffice Meeshaalee - Maamileesi - Minjaalee, ykn sirna minjaalee keessatiif ramaduuf yaali.

Akkasumaas, qabduuwwan qaxxaamuraa waliigalaa keessaa LibreOfficefayyadamuu nidandeessa.

Barreessaa LibreOffice dhaaf qabduuwwan qaxxaamuraa

Furtoota qaxxaamura

Galtee

F2

Kabala Foormulaa

+F2

Dirreewwan Saagi

F3

BarruuUfmaa Guutuu

+F3

BarruuUfmaa Gulaali

Shift+F4

Goodayyaa itti aanuu fili

Ctrl+Shift+F4

Mul'anno Madda Deetaa Bani

F5

Naanna'aan Banaa/Dhamaa

+Shift+F5

Naanna'aan Banaa dha, gara lakkoofsa fuuleetti deemi

F7

Too'ataa Qubeeffannoo

+F7

Waa Dhugoomsaa

F8

Haalata dheertoo

+F8

Gaaddiddeessaan dirree banaa / dhamaa

Shift+F8

Haalata dheertoo dabaalataa

Ctrl+Shift+F8

Haalata filannoo garee

F9

Dirree Haarmosi

+F9

Dirreewwan mul'si

Shift+F9

Gabatee Herregi

+Shift+F9

Naqa Dirreewwaniif tarroota haaromsi

+F10

Arfiile Maxxansalaa banaa/dhaamaa

+A

Styles window on/off

Shift+F11

Haalata Uumi

+F11

Saanduqa Haalataa akka fayyadamtu xiyyeeffannoo laata

+Shift+F11

Haalataa Haaromsi

F12

Lakkaawwiin banaa dha

+F12

Gabatee saagi yk gulaali

Shift+F12

Rasaasii banaa dha

+Shift+F12

Lakkaawwii / Rasaasii dhamaa dha


Barreessaa LibreOffice dhaaf qabduuwwan qaxxaamuraa

Furtoota qaxxaamura

Galtee

+A

Mara Fili

+J

Qixeessi

+D

Jalmura Dachaa

+E

Wiirta'aa

+H

Barbaadiitii Bakka buusi

+Shift+P

Irrarfii

+B

Bitaatti Hiriirsi

+R

Mirgatti Hiriisi

+Shift+B

Jalarfii

+A

Gochaa dhumaa Irra deebi'i

+0 (zero)

Apply Text Body paragraph style

+1

Haalataa keewwata Mataduree 1 fayyadami

+2

Haalataa keewwata Mataduree 2 fayyadami

+3

Haalataa keewwata Mataduree 3 fayyadami

+4

Haalataa keewwata Mataduree 1 fayyadami

+5

Haalataa keewwata Mataduree 1 fayyadami

+Hyphen(-)

Barruu filatamee heeregee gatii gabatee muraatti garagalcha.

+Hyphen(-)

Soft hyphens; hyphenation set by you.

+Shift+minus sign (-)

Non-breaking hyphen (is not used for hyphenation)

+mallattoo bayissaa * (yaadannoo lakkoofsa irratti qofa)

Dirree Maakroo kaasa

+Shift+Space

Iddoowwan duwwaalaa. Yoo barruun qixxatee, iddoowwan duwwaalaa murfisaaf hinfayyadu, akkasuumas

Shift+Galchi

Cita sararaa jijjiiraa keewwataa malee

+Enter

Kutaa fuula hujeekaa

+Shift+Enter

muraa tarjaa barruuwwan tarjeessaa hedduu keessaa

+Galchi

Inserting a new paragraph without numbering inside a list. Does not work when the cursor is at the end of the list.

+Galchi

Inserting a new paragraph directly before or after a section, or before a table.

Bitaa Xiyya

Qaree bitaat siqsi

Shift+Bitaa Xiyya

Filannoo bitaatti waliin qaree siqsi

+Qabduuwwan xiyyaa

Gara jecha jalqaabatti deem

+Furtalee Xiyyaa

Jecha jechaan bitaatti filuu

Mirga Xiyya

Qaree mirgatti siqsi

Shift+Mirga Xiyya

Filannoo mirgatti waliin qaree siqsi

+Qabduuwwan xiyyaa

Gara jalqaba jecha ittaanuu deemi

+Furtalee Xiyyaa

Jecha jechaan mirgatti filuu

Xiyya Ol

Qaree sarara tokko ol siqsi

Shift+Xiyya Ol

Gara qixxa ol keessaatti sararoota filuu

Ctrl+Xiyya Ol

Qaree gara jalqaba keewwata darbeetti siqsi

+Furtalee Xiyyaa

Hanga jalqaba keewwatatti fili. Tuqiinsi furtuu ittaanu filannoo hanga jalqaba keewwata ittaanuu babal'isa

Xiyya Gad

Qaree sarara tokko gad siqsi

Shift+Xiyya Gad

Gara qixxa gadii keessaatti sararoota filuu

+Qabduuwwan xiyyaa

Qaree gara jalqaba keewwata darbeetti siqsi

+Furtalee Xiyyaa

Hanga dhuma keewwatatti fili. Tuqiinsi furtuu ittaanu filannoo hanga dhuma keewwata ittaanuutti babal'isa

+A

Gara sarara jalqaabatti deem

+Shift+P

Gara jalqaaba sararaa deemiitti filadhu

+A

Gara dhuma sararatti deemi

+Shift+P

Gara dhuma sararaa deemiitti filadhu

+A

Gara ka'uumsa galmeetti deem

+Shift+V

Barruu ka'uumsa galmee irraa deemiitti filadhu

+A

Gara dhuma galmeetti deem

+Shift+V

Barruu dhuma galmee irraa deemiitti filadhu

+Fuulolee

Jijjiirraa qaree barruuf irraantoo giduutti

+Fuulgadee

Jijjiirraa qaree barruuf jalaantoo giduutti

Saagi

Haalataan saagu banaa/dhamaa

Fuulolee

Fuulolee Argii

Shift+Fuulolee

Argii fuulaa filannoon ol siqsi

Fuulgadee

Argii fuulaa gad siqsi

Shift+Fuulgadee

Argii fuulaa filannoon gad siqsi

+A

Barruu dhuma jechaa irratti haqi

+Shift+Duubxoola

Barruu jalqaba jechaa haqi

Tarree keessaa: keewwata duwwaa fuulee keewwata ammee keessaa haqi

+Shift+V

Barruu dhuma himaa irraatti haqi

+Shift+Duubxoola

Barruu jalqaaba himaa irraatti haqi

+Tab

Yaddii itti aanuu Guutummaa Jechaa Ofumaa waliinii

+Shift+Cancalaa

Yadda duraanii, Guutummaa Jechaa Ofumaa waliin fayyadami

+Shift+V

Qabiyyee gabatee muraa maxxansi.

+ double-click or + Shift + F10

Use this combination to quickly dock or undock the Navigator, Styles window, or other windows


Qaxxaamura Furtuulee Kewwattaaf Sadarkaa Matadureef.

Furtoota qaxxaamura

Galtee

+Xiyyaa Olee

Keewwata ka'aa yk keewwata filatamee keewwata tokko ol siqsi.

+Xiyyaa Gadii

Keewwata ka'aa yk keewwata filatamee keewwata tokko gad siqsi.

Caancala

Matadureen dhangii "Mataduree X" (X = 1-9) toorii irraa sadarkaa tokkoo gaddi bu'ii.

Shift+Caancala

Mataduren dhangichaa irraa "Heading X" (X = 2-10) tiirii irraa sadarkaa tokkoo oll ba'erraa.

+Tab

Bakka jalqabaa mataduree tokko irraa: Dhabduu caancalaa saaga. Taliigaa Foddaa fayyadaaa jirurratti hunda'uun, +Tab fayyadamuun ni danda'ama.

Gabatee cuqoon sadarkaa mataduree jijjiiruuf, jalqaba qubannoo qaree fulee matadureetti siqsi.


Gabateewwan Barreessaa LibreOffice keessatiif qabduuwwan qaxxaamuraa

Furtuulee qaxxaamura

Galtee

+A

Yoo man'ee ka'aan duwaa tahe: Gabatee mara fila. Kana tahuu bannaan: Qabiyee manee ka'aa fila. Lamuu gad dhibuun gabatee mara fila.

+Home

Yoo manee ka'aan duwaa tahe: Gara dhumaa gabateetti dema. Kana tahuu bannaan: Dhiibuun duraa gara manee ka'aatti dema, dhibaan lamattaa gara gabatee ammatti dema, dhibaan sadaffaan gara jalqaba galmeetti dema.

+End

Manee ka'aan duwaa yoo tahe: Gara dhuma gabateetti dema. Kana tahuu bannaan: Dhibaan duraa gara manee ka'aatti dema, dhibaan lamattaa gara gabatee ammaatti dema, dhibaan sadaffaan gara jalqaba galmeetti dema.

+Tab

Dhaabduu caancalaa saaga (gabatee keessatti qofa). Taliigaa Foddaa fayyadaaa jirurratti hunda'uun, +Tab fayyadamuun ni danda'ama.

+Qabduuwwan xiyyaa

Hamamtaa tarjaa/tarree mirga/jala irraa hamamtaa qaree manee irraa dabala/hir'isa

+Furtalee Xiyyaa

Hamamtaa tarjaa/tarree bitaa/ol irraa hamamtaa qaree manee irraa dabala/hir'isa

+Furtuulee Xiyya

Akka , garuu, man'ee ka'aa qofaatu fooyya'a

+Shift+Furtuulee Xiyya

Akka , garuu, man'ee ka'aa qofaatu fooyya'a

+Saagi

Haalataa saaguu Sekondii 3f. Furtuun xiyyaa tarree/tarjaa saaga, +Furtuun Xiyyaa man'ee saaga

+Del

Haalataa Haquu Sekondii 3f, Furtuun xiyyaa tarree/tarjaa haqa, +Furtuun xiyyaa man'ee, man'ee olaa jiruti maka.

+Shift+T

Gabatee filatamee irraa hayyisa man'ee haqi. Yoo gabateen filataame hinjiranee, gabateewwan galmee keessaa mara irraa hayyisaan man'ee haqameera jechuudha.

Shift++Del

Mannen hundumaa fillatamuu bannan, barruu qaree irraa dhumaa gallee irraa baduu.Qarren dhumaa manee irraa yoo jirattee,Akkasumaas manneen duwwaan hin fillataminee.Qabbiyyeen manee issaa itti aanuu baderraaa.

If no whole cell is selected and the cursor is at the end of the table, the paragraph following the table will be deleted, unless it is the last paragraph in the document.

Yoo maneen tokko yk lama filatamee, tarreen hundiinuu filannoo of keessaa qaban hinhaqamu, yoo tarreen guutuuman yk walakkaan filatamee, guutuumaan gabatee ni haqamu.


Goodayyaawwan, Saxaatoo, Wantawwan Siqsuu yk Hagamtaa Jijjiiruudhaaf, Furtuuwwan Qaxxaamuraa

Furtuulee qaxxaamura

Galtee

Esc

Qareen goodayyaa barruu keessa jira, garuu barruun hinfilatamne: Cufiinsii (Escape) goodayyaa barruu fila.

Barruun goodayyaa filatamera: Cufiinsii (Escape), qaree barruu goodayyaa irraa haqa.

F2 yk Saagi yk qabduun kamiyuu, argii irratti arfii oomishu

Yoo goodayyaan barruun filatamee: qaree, goodayyaa barruu keessaa, gara xumuura barruutti qubachiisa. Yoo qabduu kamiyuu warra argii irratti arfii oomishan dhiibdee, galmichii halataa gulaaluu keessa jiraatee, arfichii barruuf miiltoo taha.

+Qabduuwwan xiyyaa

Wanta siqsi.

+Furtuulee Xiyya

Xiyyoo gadii mirgaatti sochosudhaan hammamtaa jijjiira.

+Shift+Furtalee Xiyyaa

Xiyyoo gubaa bittaatti sochosudhaan hammamtaa jijjiira.

+Tab

Korkoddii kan wanta filaata (haalata tuqaalee keessa gulaali).