Kabala Fakkasaa

Mul'annoo Toorii keessaa, kabalii toorii meeshaalee gulaalii yeroo hedduu itti fayyadamtu of keessaa qaba. Click the arrow next to an icon to open a toolbar that contains additional commands. Kamshaa isa ajajawwan dabalataa of keessaa qabu banuu, xiyya sajootti aanee jiru cuqaasi.

You can view the Drawing bar also from a text document or spreadsheet. The set of visible icons can be slightly different according to the current document type.

Fili

Wanta tokko islaaydii ammaa irraa filuuf, meeshaa (xiyya adii) kabala fakkasaa irraa Select cuqaasi, kana booda wanticha cuqaasi.

Wanta tokko caalu filuuf, osoo cuqaastu Shift dhiibi.

Wantaa isa wantaa kabiroo booda filuuf, dhiibi, kan booda wanticha cuqaasi. Kabbaa keessaa wanta xabboo itti aanuu filuuf, dhiibi, kan booda deebisii cuqaasi. Filannoo gara wantaa duraan filatameetti deebisuuf, Shift + dhiibi, kan booda cuqaasi.

Barruu wanta filatame tokkotti ida'uuf, wanticha lama-cuqaasitii, barruu kee barreessi yk galchi.

Filannoo tokko haquuf, ala wanta filatamee bakka barbaadde cuqaasi, yk Escape dhiibi.

By double-clicking a tool, you can use it for multiple tasks. If you call the tool with a single-click, it reverts back to the last selection after completing the task.

Filannoo

Wantoota galmee ammee keessaa filuuf dandeessisa.

Sajoo

Filannoo


Reektaangilii

Bakka ati galmee ammaa kee keessatti harkisteetti, rektaangilii guutamte tokko fakkasa. Bakka golee rektaangiliicha kaa'uu barbaadu cuqaasi, hamamtaa barbaadu hamma argatutti harkiisi. Arfakkuu fakkasuuf, yeroo harkiistu Shift dhiibi.

Sajoo

Rektaangilii


Ellipsii

Bakka ati galmee kee ammaa keessatti harkisteetti, luggee guutamte tokko fakkasa. Bakka luggee itti kaasuu barbaadu cuqaasi, hamamtaa barbaadu hamma argatutti harkiisi. Geengoo fakkasuuf, yeroo harkiistu Shift dhiibi.

Sajoo

Luulloo


Barruu

Galmee ammaa kee keessaa bakka ati cuqaasitti yk harkiistetti sanduuqa barruu tokko fakkasa. galmicha keessaa bakka barbaadu cuqaasitii, kan booda barruu kee barreessi yk maxaansi.

Sajoo

Barruu


Qonyoo

Qonyoon sajoo kabala fakkasaa irra jiru sararawwan kamshaa bakka sararawwanii fi bocawwan islaayidii ammeetti idaatu bana.

Sajoo

Qonyoo


Kornyoowwan

Sajoo

Kornyoo


Kamshaa Kornyoowwanii bakka kornyoowwan wantoota islaayidii ammee keessatti ida'uu dandessutti bana. Kornyoo sararaa wantoota kan walqunnamsiisa. Dabaltees yoo wantoonni socho'a waliin jalteessa kornyoo ni jalteeffama.

Lines and Arrows

Opens the Arrows toolbar to insert lines and arrows.

Wantoota G-3

Opens the 3D Objects toolbar. The objects are three dimensional, with depth, illumination, and reflection. Each inserted object initially forms a 3D scene. You can press F3 to enter the scene. For these 3D objects, you can open the 3D Effects dialog to edit the properties.

Sajoo

Wantoota G-3


Bobboca bu'uraa

Kamshaa bu'ura bobbocaa iddoo saxatoowwan gara galmee kee saaguu dandeenyurraa bani.

Sajoo

Boboca Bu'uuraa


Bobboca mallatoolee

Kamshaa bobboca mallattoo saxatoowwan gara galmee saaguu dandeessu irraa bana.

Sajoo

Boboca Mallattoo


Xiyyoota garee

Kamshaa balballoomiiwwan iddoo saxatoowwan gara galmee kee saagnuu dandeenyurraa bani.

Sajoo

Garee Xiyyaalee


Taattoo yaa'aa

Kamshaa taattoo yaa'aa iddoo saxatoowwan gara galmee kee saagnuu dandeenyurraa bani.

Sajoo

Taattoo Yaa'aa


Balballomiiwwan

Kamshaa balballoomiiwwan iddoo saxatoowwan gara galmee kee saagnuu dandeenyurraa bani.

Sajoo

Balballoo


Urjiilee fi Faajjiilee

Kamshaa urjiilee fi faajjiilee saxatoo galmetti saagne irraa banuu ni dandeessa.

Sajoo

Urjiilee


Tuqaalee

Fakkasaa kee irratti tuqaalee gulaaluu si dandeessisa.

Tuqaalee Cuftii

Fakkasaa kee irratti tuqaalee cuftii gulaaluu si dandeessisa.

Hojii bocquu kuusa faayaa

Opens the Fontwork dialog from which you can insert styled text not possible through standard font formatting into your document.

Sajoo cuqaasi

Kuusaa Faayaa Dalaga bocquu


Faayilii Irraa

Inserts an image into the current document .

Sajoo

Image


Saagi

Sajoo

Saagi


Marsi

Meeshaan kun wanticha marsuuf fayada.

Sajoo

Naannessuu


Hiriirsuu

Hiriira Wantoota filamee fooyyessa.

Sajoo

Hiriirra


Qindeessi

Sadarkaa tartiibicha wantoota filattamani jijjiiruu.

Sajoo

Qindeessuu


Keessabaasaan Banaa/Dhaamaa

Wantawwan filatamaniif, banaa fi dhaamaa galteewwan G-3 jijjiira.

Hirdaatii Sochii Fakkina Maamiloo

Galtee wanta filameef moggaasa.

Sajoo

Sochii Fakkinaa Baratamoo


Qunnamtii

Yeroo agarsiisa islaayidii yommuu wantichii filatamee akkamitti amala akka agarsisuu hika.

Sajoo

Haasoo