Recording a Macro
LibreOffice can record commands executed with the keyboard and mouse in Writer and Calc
-
Maakroo tokko isa kuufachuu barbaadduuf galmee bani.
-
Meeshaalee - Maakroowwan - Maakroo Kuusaa filadhu.
If Tools - Macros - Record Macro menu item is missing, make sure that macro recording feature is enabled in LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice - Advanced.
Qaaqa xiqqaa Kuusuu qabduu Kuusuu dhaabi jedhamu tokko waliin ilaalta.
-
Galmee keessatti hojii akka kuusamu barbaade hojjedhu.
Akka kuusaan maakroo hojii kana hantuutee cuqaasuun kuusamuu dideen, wantaa filuu dhiisuuf furtuu Dhiisii dhiibi.
-
Kuusuu dhaabi cuqaasi.
Iddoo maakroo olkaa`uu fi kaasuu dandeessutti, qaaqan Makroo argama.
Yoo kuusuu maakroo osoo ol hin kaa`iin kute, qabduu Cufi qaaqa Kuusuu cuqaasi.
-
Maakroo olkaa`uuf, iddoo maakroon sanduuqa tarree Maakroo olkaa`ii keessaa olkaa`uu barbaade keessaa jalqaba wantaa fili.
-
Yoo maakroon manbarroo ykn mojuulii haaraa keessatti akka oltaa`u barbaade, qabduu Manbarroo Haaraa ykn Mojuulii Haaraa filuudhaan maqaa manbarroof ykn mojuuliif saagi.
-
Sanduuqa barruu Maqaa Maakroo keessa maqaa maakroo haaraatiif saagi. Akka maqaati Bu`uura jefuroota hin gargaaramiin.
-
Olkaa`i cuqaasi.
Daangaa kuusaa maakroo
Hojiileen armaan gadii hin kuusamne:
-
Banuun foddaa hin kuusamne.
-
Iddoo kuusaan jalqabee hin kuusamnerra hojiileen foddaa biraa keessatti adeemsifamu.
-
Cufuun foddaa hin kuusamne.
-
Hojiileen qabeentoota galmee kan hin kuusamnetti hin madaalamani. Fakkeenyaaf, jijjiirraan filannoo qaaqa, qindeessaa maakroo, Maamileessuu keessatti hojjetaman.
-
Filannoowwan kan kuufaman yoo gabatee cuqoo fayyadamuun hojjataman qofa(imala qaree),garuu yommuu hantuutteen fayyadee miti.
-
Kuusaan maakroo Kaalki fi Barreessaa keessatti qofa hojjata.