Kuusdeetaa ilaaluu
Kuusdeetaa LibreOffice keessaa ilaaluuf tooftaawwan adda addaa lama jiru.
-
Faayilicha kuusdeetaa banuufFaayilii - Bani fili.
faayilii kuukoota sdeetaa gahinsa guutuu gabateewwan, gaafattoota, gabaasota, fi unkoota keef kenna. Caasaa gabateewwan kee gulaaltee qabiyyeewwan kuusaawwan deetaa jijjiiruu ni dandeessa.
-
Kuusaawwan deetaa galmaa'anii ilaaluuf Mul'annoo - Madda deetaa fili.
mul'annoo madda deetaa dirreewwan gabatee kuusaawwan deetaa galmaa'an irraa gara keessa galmeewwan keetti harkisanii kaa'uu fi makiinsa ergannoo horuuf fayyaduu ni danda'a.