Kuusdeetaa Haaraa Uumuu
-
Faayilii - Haaraa - Kuusdeetaa fili.
Kuni Masaka Kuusdeetaa bakka faayilii kuusdeetaa haaraa uumtu bana.
-
Masaka Kuusdeetaa keessaa,gosa kuusdeetaa filadhuutii dirqalicha Masaka Gabatee akka masaka itti aanuutti banuuf filadhu.
Masaka Gabatee faayilicha kuusdeetaa haaraatti gabatee ida'uuf si fayyada.