Waayoota Taattoo Gulaaluu
Waayoo taattoo gulaaluuf:
-
Taattoocha irratti lama cuqaasi.
Handaarri fajajaan naannoo taattoochaatti mul'atee kabalaan baafatichaa amma ajajoota wantoota taattoocha keessaa gulaaluuf of keessaa qaba.
-
Dhangii - Waayoo fili yookiin waayoo irratti lama cuqaasi. Kuni qaaqicha Waayoo bana.
-
Fooyya'insa gochuuf caancalootaa jiran keessaa filiitii, achii TOLE cuqaasi.
Waayoocha filachuuf, dura taattoocha irratti lama cuqaasiitii(ejjattoo 1 ilaali), achii waayoocha irratti cuqaasi. Amma hantuutee fayyadamuudhaan waayoocha taattoocha keessaa siiqsuu ni dandeessa. |