Taattoowwan saagu

Taattoo eegaluuf tooftaawwan adda addaa jiru:

Sajoo Yaaddannoo In Calc, a chart is an object on a sheet that can be copied and pasted on another sheet of the same document, the data series will stay linked to the range on the other sheet. If it is pasted on another Calc document, it has its own chart data table and is no more linked to the original range.

Taattoo wardii Calc keessaa

  1. Keessa hangii man'eecha taattoo kee keessatti dhiyeessuu barbaaddu sana cuqasi.

  2. SajooTaattoo Saagi kamshaa Waaltina irraa cuqaasi.

    Masaka Taatoochaa fi durargii taattoo argita.

  3. Taattoocha uumuuf ajajaalee Masaka Taattoo keessaa hordofi.

Taattoo galmee barruu Barreessaa keessaa

Galmee Barreessaa keessaa, gatiiwwan gabatee Barreessaa keessaa irratti hundaa'uun taattoo saaguu ni dandeessa.

  1. Gabaticha Barreessaa keessatti cuqaasi.

  2. Saagi - Wanta - Taattoo fili.

    Masaka Taatoochaa fi durargii taattoo argita.

  3. Taattoocha uumuuf ajajaalee Masaka Taattoo keessaa hordofi.

Taattoo gatiiwwan dhuunfaasaa irratti hunndaa'e