Masaka Kuusdeetaa

Masakni kuusdeetaa faayila kuusdeetaauuma innis odeeffannoo waa'ee kuusdeetaa of keessatti qabata.

Gosa dalagaa fi kuusdeetaa irratti hundaa'ee, Masakni Kuusdeetaa tarreeffama adda addaa qabata.

Select Database

Kuusdeetaa haaraa uuma, faayila kuusdeetaa bana, yknkuusdeetaa dura tureen walqabsiisa.

Olkaa'ii fi itti fufi

Akka ati kuusdeetaa galmeessuuf, gulaaluuf kuusdeetaa banuu, ykn gabatee haaraa galchuu ifeessa.

Walindhaa faayila barruu qinddeessi.

Walindhaa LDAP qindeessi

Walindhaa dBASE qindeessi

Walindhaa JDBC qindeessi

Walindhaa kuusdeetaa Oracle qindeessi

Qindaa'inoota MySQL

Qindaa'inoota ODBC

Walindhaa wardii qindeessi

Dhiisi

Dhiisi cuqaasuun jijjiirama wrramee tokkolee osso olhinkaaiin qaaqa cufa.

Duuba

Filannoowwan qaaqa keessatti ejattoo duraa irratti uumaman mul'isi. Qabduun kun fuula lama irraa qofa kakkaafamuu danda'a.

Itti aanee

Qabduu itti aanee cuqaaasi, akkasumas masakichi haalataalee qaaqa ammee fayyadama sana booda gara eejjatoo itti aanutti fufa. Yoo eejattoo xumuraa irra jiraatte, qabduun kun Uumi ta'a.