The Foddaa Gargaarsa LibreOffice

Sajoo Ofegannoo The Help system for all versions of the software is based on the same source files. Some of the functions described in Help may not be included in this particular distribution. Some features specific to a distribution may not be mentioned in this Help.

Foddaan gargaartuu, fuula gargaartuu ammee filatame agarsiisa.

Kamshaanfaankishinoota barbaachisooofkessatti gargaartuu sirnaato'atu qaba:

Sajoo

Daawitii naanna'insaa doksee mul'isa

Sajoo

Gara fuulaisa duraatti siisqa

Sajoo

Gara fuulaitti aanuuttisiiqsa

Sajoo

Gara fuula mataduree gargaartuu ammeetti siiqsa

Sajoo

Fuula ammaa Maxxansa

Sajoo

Fuula kana toorbarruu kee irratti ida'a

Sajoo barbaaduu

Qaaqee fuula kana irratti barbaadi jedhu bana.


Ajaajootni kun baafata halqaraa galmee gargaartuu keessattis ni argamu.

Fuula Gargarsaa

Sirna dalagaa kee irratti mul'istuu gargaarsaa irraa gara gabatee muraatti ajajoota durtii gargalchaa waliin gargalchuu dandeessa.Fakkeenyaaf:

  1. Fuula Gargarsaa irraa, barruu isa garagalchuu barbaaddu fili.

  2. +C dhiibi.

Fuula Gargarsaa ammee barbaaduudhaaf:

  1. Sajoo Fuula kana irra barbaadi filadhu.

    Qaaqi Fuula kana irra barbaadi nibanama.

    Sajoo Yaaddannoo Itti dabaltees fuula Gargaarsaa keessatti cuqaasuu dandeessa achiin +F dhiibi.

  2. Sanduuqabarbaadiifkeessaa, barruu argachuu barbaaddu galchi.

  3. Dirqaalee barbaaduu/sakatta'uu itti fayyadamuu barbaaddu filadhu.

  4. Barbaadi cuqaasi.

    Jecha barbaaduu itti aanee dhufu fuulicha irratti argachuudhaaf, irra deebiitiibarbaadicuqaasi.

Hirdaatii Naanna'iinsaa

Hirdaatiin naanna'insaa foddaa gargaartuu fuuloota caancalee of keessatti qaba Qabeentoota, Kasaa, Barbaadi fi Toorbarruuwwan.

Sanduuqni tarree gubbaarra jiru iddoo ati itti kan biroo filattuLibreOffice Mojuuloota gargaartuu. Kasaa fi Barbaadiin fuuloota caancalaa mojuulii filataman qofa LibreOffice qaba.

Qabeentoota

Kasaa mata dureewwan filatamoo mojuulootaa hundaa agarsiisa.

Kasaa

Tarree kasaa jechoota ijoo mojuulii ammee filatame LibreOffice agarsiisa.

Barbaadi

Barbaada barruu-guutuu raawwachuuf si hayyama.Barbaadi kun qabiyyee gargaartuu mojuulii ammee filatame LibreOffice mara dabalata

Toorbarruu

Toorbarruuwwan hiika fayyadamaa of keessatti qaba. Toorbarruuwwan gulaaluu yookaan haquu dandeessa, yookaan gara fuuloota walgitaniitti ce'uuf irratti cuqaasi.