Furtuuwwan Qaxxaamuraa Kuusaa Deetaa

Tarreffamni furtuuwwan qaxxaamuraa armaangadii waliin argama.

Frtuuwwan qaxxaamura waliigala LibreOfficekeessaa dabalataan fayyadami.

Sajoo Yaaddannoo Furtuuleen qaxxaamura tokko tokkoo sirna minjaalee keef ramadame. Furtuuleen sirna minjaaleetiif ramadaman LibreOffice tiif hin argaman. Furtuulee adda addaa LibreOffice Meeshaalee - Maamileesi - Minjaalee, ykn sirna minjaalee keessatiif ramaduuf yaali.

Furtuwwan qaxxaamuraa buu'urawwan deetaadhaaf

Gaafata saxaxa keessa

Furtuuwwan Qaxxaamuraa

Bu'aawwan

F6

Bal'inawwan gaafataa saxaxa keessa.

Haqi

Gabatee gaafata saaxaxichaa irraa haqa.

Caancala

Waliindhaa sararaa fila.

Jijjiirraa+F10

Baafata haalqarichaa bana.

F4

Durargii

F5

Gaafata kaasi

F7

Gabatee yookin gaafata ida'i


Amaloota Too'ata Foddaa

Furtuuwwan Qaxxaamuraa

Bu'aawwan

+Xiyya Gadii

Sanduuqa makaa bana.

+Xiyya Olii

Sanduuqa makaa cufa.

Jijjiirraa+Galchi

Sarara haaraa saaga.

Xiyyaa Olii

Qaree sarara duraanii keessa qubqchisa

Xiyya gadee

Qaree sarara ittiaanu keessa qubqchisa

Galchi

Ciicataa dirree keessaa xumuuruun qaree dirree ittaanu keessa kaa'a.

+F6

Xiyyeeffannoo gara too'annoo jalqabaatti qindeessa (yoo saxaxa haalata keessa hin taane). Too'annoon duraa unka Naaneessa keessaatti jalqaba ibsamee.


Qaxxaamura qaaqa Murteessa uumuuf

Furtuuwwan Qaxxaamuraa

Bu'aawwan

+PgUp

Caancalawwan giduu utaala

+PgDn

Caancalawwan giduu utaala

F6

Fodda gidduu utaala.

Caancala

Filannoo dirreewwaan too'annoo

Jijjiirraa+Caancala

Filannoo dirreewwaan too'annoo kallatti faalaa keessaa.

+Enter

Too'annoo filatamee saaga.

Furtuu xiyyaa

+arrow key

Too'annoo filatamee ejjetoo keessaatti mm1 kallattii duraa duubatti sochoosa. Qabxii guulaali haalata keessaa,haammamtaa too'annoo filatamee jijjiiraa.

+Tab

Qabxii gulaalii haalata keessaa, garaqabanoo ittaanuutti utaalchisa.

Shift++Tab

Qabxii gulaalii haalata keessaa,gara qabannoo duraniitti utaalchisa.

Dhiisi

Filannoo ammee gadhisa


Tarree fi Tarajaa Gabatee Buu'uura deetaa kessaa filuudhaan(F4dhaan banama)

Furtuuwwan Qaxxaamura

Bu'aa

Kablaiddoo

Filannoo Tarree ceesisa, yemmuu tarreen quxaala haalata gulaalii keessa.

+Tab

Filannoo tarree ceesisa

Jijjiirraa+Kabalaiddoo

Tarajaa ammee fila

+PgUp

Qaree gara tarree jalqabaatti sochoosa

+PgDn

Qaree gara dhuma tarreetti sochoosa