Ajajawwaan fayyadamuuf $[office name} Fakaasuu
Waliigala LibreOfficetiif fuula gargaarsaa irratti ajajoota muraalee hunda irratti kan tahu, kan akka foddootaa fi baaffattota, maamila LibreOffice, maddoota deetaa, galmaayaa faayataa fi Harkisuu fi kaa'uu argachuu dandeessa.
Muraalee biroo wajjin gargaarsa yoo barbaadde, muraalee sanaaf sanduuqa makaa naannoo naanna'insaa keessaa wajjin gargaarsaaf bancufi.
Wantoota gareessuu fi gulaaluu
qaamoolee waan tokkoo fi haalluuwwan gulaaluu
Barrefama gulaaluu
Baqqaanawaan waliin hojjechu
Wal makaa