Kabala Dhangeessuu

Yeroo taattoon haalata guulaaluutti qindaa'u kaballi dhangeessuu ni mul'ata. Haalata guulaaluu galchuuf taattoo lama-cuqaasi. Haalata guulaaluu dhiisuuf taattoon alatti cuqaasi.

To'annaawwanii fi sajoowwan kabala dhangeessuu irraa fayyadamuun dhangii taattoo gulaaluu dandeessa.

Maalimaa Taattoo Filadhu

Maalimaa dhangeessuu barbaaddu taattoo keessaa filadhu. Maalimni durargii taattoo irratti filatama. Maalimaa filameef qaaqa amalootaa banuuf filannoo dhangii cuqaasi.

Filannoo Dhangii

Maalimaa filameef qaaqa amalootaa bana.

Gosa Taattoo

Qaaqa Gosa Taattoo bana.

Taattoo Gabatee Deetaa

Bakka taattoo deetaa gulaaluu dandeessutti qaaqa Gabatee Deetaa bana.

Horizontal Grids

The Horizontal Grids icon on the Formatting bar toggles the visibility of the grid display for the Y axis.

Waayoo Bani/Dhaamsi

Waayoo agarsiisuuf yookaan dhoksuuf, kabala dhangeessuu Waayoo Bani/Dhaamsi irratti cuqaasi.

Barruu Safaraa

Yeroo hammamtaa taattoo jijjiirtu barruu taattoo keessaa irra deebi'e safara.

Teessuma Ofumaanii

Keessa taattoo ammeetti maalimoota taattoo hunda gara qubannoo durtiitti siiqsa. Faankishiniin kun gosa taattoo ykn amaloota kan biroo hin jijjiiru garuu qubannoo jijjiiruu danda'a.